Oromo Music Video



















show more / Garsiisi kan hafe ...

Enter a word / Jacha barreessi
Oromo to English English to Oromo


The Oromo Dictionary Application can be downloaded and installed to the android phones from Google Market.

Oromo Dictionary is available in Android Market

Your comments / Yaada kessan

2012-05-16 08:49:12
labsii says:

Oromon hunduu beekumsa, ogummaa, humna, yaroo, qabeenya qabu irraa hanga tokko guddinaa aadaa fi afaan keenyaaf akkasumas qabsoo walab*mmaa keenyaaf yoo gumaacha godhe yaroo gabaabaa keessatti jijjirama guddaa fiduu dandeenya. keessumaayyuu dargaggoo fi shamarran akkasumas daa'imman keenya hojii akkanaa kana daraan jabeessanii ittifufuu qabu. Maaltu beeka. Bor meeshaa ittiin diina ofirraa rukutnu kan nuuf kalaqan nu keessaa mul'atu/ka'u ta'a.
2012-05-12 06:01:29
Simee says:

God bless Oromiyaa!
2012-05-11 20:19:29
BUTA says:

thand so much Gods because oromiyya bills baa'uttii dhayya tattii when at what time get alony God you afaan oromifaa afaan hunnidaa caalle
2012-05-10 09:34:39
dhug'uma says:

beekumsif guddinni qabeenya fi barnoonni biyya ofif yoo hin taane maali bu'ansaani SABA KOO MAALI BU"ANSAANI.....Galatooma!
2012-05-09 06:35:00
Lemessa says:

Hojii seenaa qabeetti fi dalaga boonsaadha. Waaqni isin haa eebisu. Galanni keesan Afaan oroomo gudateef oroomiyaa bilisoomte arguu isinii haa taś.
2012-05-09 06:31:12
Lemessa Benti says:

Jecha ittiin dhibsu hin qabu. Walumaa gala garuu hojii guddaa boonsaa hojjetani. Waaqni isin haa eebisu. Galanni keesan oroomiyaa bilsoomte fi afaan oroomoo dagaage arguu isinii haa taś.
2012-05-08 14:34:53
Gaachanoo Wancii says:

Guddadhaa, akka abidda tulluu gubbaa duubaa duubanatti mul'adhaa. Dhamaatanii qopheesitaniittu duuka buune itti tajaajilamuun, jecha haaraa ida'uun ittiin barreesinee Afaan keenya afaan sayinsii fi hogbaruu gochuun dirqama keenya maaraati. Caalatti bifa "softaware" qophaa'ee akka gabaa irra oolu abdiin qaba.
2012-05-08 14:09:02
Gaaddisaa says:

Akkam garaa nama ciibsa seetan ijoollee keenya! Ha jabaannu ammas kana caala
previous123456789...4041next

Add a new Oromo word?


 





Oromo Dictionary on Facebook


   

   

Test your Knowledge


 

Oromo language pioneers

These great Oromo pioneers spent their life time developing and advocating the study of Afaan Oromo:

Sheik Bakri Saphalo
Mahdi Hamid Muudee
Tilahon Gamta
Askala Lemma
Haile Fida
Dr. Sheik Mohammed Rashad
Ibsaa Guutama
Taammanaa Bitimaa
Onesimos Nasib
and many more ...

Involve in building the the Oromo Dictionary online!

Makmaaysa - Oromo Proverbs

Sa'aan gu'aan loonii mit,dhiirsaa niitiin walii'galle gaarii mati. Warri badaan walfaana badaa
Warri haftuu sagalii tumaa daakkii hin jerjeruu warri saree sagalii karra cufaa hin jerjeruu.
jabaateef tokko gogaa hin dhifuu.

xuuxxoon shantamni nama tokkoof ba'aa, nama shantamaaf,boona

areedoon gorsa hin feesisuu beekaa waliin falataa.

waliigalan malee alaa hin galan. waliin buluuf wal-bulchan. qobboon tuulamte arba dhoorgatte. dabuus ejersumaatu dongoraa. kashlabiin guusa hin taatuu. waywaatni du'a nama hin oolchu. ilmi dhiiraa gaafa dhalate du'e. murataan marqa baalarratti nyaata haat jeeynaa baaddu barbaada qabdii,duutu awwaala qabdi. afaan leenca citaan hin seenuu. ilmoon leenca buburree garaan jeeynaa hurruma.hadhaa dhugan garuma guutan hadaraa jedhaniif diinni nama hin dhiisuu. eeboon jeynaa jeeynummaa namaa hin taatu haati dhiiraa waaqaa. jeeyna jibbituus dubbiisaa jaalatta, dabeessaaf hin makkitu. kan dubartiin ergite du'a hin sodaatuu. sodaataan bishaan jannataa hin dhugne. fuulaa jenni itti du'e hogguu fiilti. garaan kuruphoo jabaa. dabeessatu lama bula.
 
Separate multiple addresses with a comma (,)
 
Your Details / Waaee kee