Oromo Music Video











show more / Garsiisi kan hafe ...

Enter a word / Jacha barreessi
Oromo to English English to Oromo


The Oromo Dictionary Application can be downloaded and installed to the android phones from Google Market.

Oromo Dictionary is available in Android Market

Your comments / Yaada kessan

2013-05-13 00:45:04
saba tokko says:

warroonni afaan oromoo ykn afaan keessan guddisuu yaaltan hundaa,u galata guddaa galchuufin barbaada kan biraa akkuma afaan oromootiifi english kana afaanota biraas akka yaaltan ykn afaan keenya akka guddistan isin gaafachaa nagayaaf jaalala isiniif qabu hammana jedhee ibsachuu hin dandeenyee nagahatti 00
2013-05-12 01:43:08
Caalasaa says:

Boru hin beekneen qodaan bukoo sagal
2013-05-11 14:28:54
Dabalaa says:

Tumsi keessan yoomillee nu bira hin hafin jedha saba oromoo ifatti baasa "Galatooma!"
2013-05-09 17:53:54
SITTINAA says:

JECHOOTA AKKA HUBACHUUN DANDAYAMUTTI IRRA DEEBII DHAAN FI JECHOOTA BIROOTIIN IBSUUF YAALUUN GAARII NATTI FAKKAATA. FAKKEENYAAF: JECHA 'RAPHII' JEDHUU RAPHUU JENNEE IRRA DEEBI'URRA JECHA BIRAATIN YOO IBSINE WAYYA JEDHEET YAADA. ANAAF 'RAPHII' JECHUUNIYYUU NAAF HIN GALLE. KANARRAA WAAN HAFEEN JABAADHAA JEDHA.
2013-05-09 09:32:31
Abebe says:

Warra afaan oromo kana sirriti Marssa internnetrrat Basani ,carraaqi guddaa Godhani asin gahani fii itti fufaa kan Isaan hagalatu , waqayyos isaan hatiksu. From:Abebe.
2013-05-09 09:28:26
Abebe says:

Warra afaan oromo kana sirriti Marssa internnetrrat Basani ,carraaqi guddaa Godhani asin gahani fii itti fufaa kan Isaan hagalatu , waqayyos isaan hatiksu. From:Abebe.
2013-05-08 17:18:23
safin says:

aman dictionary affan oromo fedha thank you
2013-05-06 16:28:01
Musa Be says:

Very helpful thank you
previous123456789...7576next

Add a new Oromo word?


 





Oromo Dictionary on Facebook


   

   

Test your Knowledge


 

Oromo language pioneers

These great Oromo pioneers spent their life time developing and advocating the study of Afaan Oromo:

Sheik Bakri Saphalo
Mahdi Hamid Muudee
Tilahon Gamta
Askala Lemma
Haile Fida
Dr. Sheik Mohammed Rashad
Ibsaa Guutama
Taammanaa Bitimaa
Liban Bultum
Onesimos Nasib
and many more ...

Involve in building the the Oromo Dictionary online!

Makmaaysa - Oromo Proverbs

Sa'aan gu'aan loonii mit,dhiirsaa niitiin walii'galle gaarii mati. Warri badaan walfaana badaa
Warri haftuu sagalii tumaa daakkii hin jerjeruu warri saree sagalii karra cufaa hin jerjeruu.
jabaateef tokko gogaa hin dhifuu.

xuuxxoon shantamni nama tokkoof ba'aa, nama shantamaaf,boona

areedoon gorsa hin feesisuu beekaa waliin falataa.

waliigalan malee alaa hin galan. waliin buluuf wal-bulchan. qobboon tuulamte arba dhoorgatte. dabuus ejersumaatu dongoraa. kashlabiin guusa hin taatuu. waywaatni du'a nama hin oolchu. ilmi dhiiraa gaafa dhalate du'e. murataan marqa baalarratti nyaata haat jeeynaa baaddu barbaada qabdii,duutu awwaala qabdi. afaan leenca citaan hin seenuu. ilmoon leenca buburree garaan jeeynaa hurruma.hadhaa dhugan garuma guutan hadaraa jedhaniif diinni nama hin dhiisuu. eeboon jeynaa jeeynummaa namaa hin taatu haati dhiiraa waaqaa. jeeyna jibbituus dubbiisaa jaalatta, dabeessaaf hin makkitu. kan dubartiin ergite du'a hin sodaatuu. sodaataan bishaan jannataa hin dhugne. fuulaa jenni itti du'e hogguu fiilti. garaan kuruphoo jabaa. dabeessatu lama bula.
 
Separate multiple addresses with a comma (,)
 
Your Details / Waaee kee